Manneen gurgurtaaf Itoophiyaa keessatti dhiyaatan toora Weebsaayitii keenya daawwadhaa bitadha.Filannooleen jiran hedduudha isaan keessaa kan itti haajomtan bitachuu ni dandeessu,kan isin irraa eegamu gurgurtoota quunnamuu qofa.
Nu bira oomishaalee fi tajaajiloota filatamoo akkasumas hir'ifama gatii filatamaa fi ol'aanaa ta'an kan torban torbanii isiniif ni ergina.